Episodes
Description:
Producer: Rev Asaye Lamesgnew
Duration: 15 min
Language: Afaan Oromoo
Episodes: 47
Saganttaan karaa haqa jedhamu kun Macaafa Muusaa(Toraah), irraa jalqabee, itti fufinsaan kutaalee 100 tokkoon gurra namootaa macaafa Raajichaa, jaalala waaqayyo hin jijjirramne ilmaan namaatiif qabu ibsudhaani fi deebii gamachisaa Waaqayyoo umaan raajichi Iyoob gaaffi waggaalee 4,000 dura: “garuu namni akkamitti Waaqayyo duratti qajeelaa ta’uu danda’a ree?” Akkan jedhe gaaffi gaaffateef saganttaa deebii keennuu dha. Iyoob 9:2