Episodes
Description:
Duration: 30 min
Language: Afaan Oromoo
Episodes: 0
HIV/AIDS’n baay’inaan dhibee saalqunnamtiin darbuu fi annisaa nama dadhbsiisee kan nama ajjeesuu dha. Innis hanga ammaatti dawaa hin rganne. Karaalee inni ittiin daddarbu baranii dhibee kana irraa of-eguun faayidaa gudaa qabaa. Kanaaf sagantaan kuniis garsa isa kana irratti laataa.